Afaan Oromoo Writing Practice
Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo Writing practice w...
Contains ads
50,000+
Total Global Downloads-
Bundle ID
com.OromNet.Afaan_Oromoo.Barumsa -
Developer
OromNet Software and Application Development -
Category
Education -
Price
Free -
Update Time
Aug 14, 2024 -
172 Ratings
4.15
-
Bundle ID
com.OromNet.Afaan_Oromoo.Barumsa -
Developer
OromNet Software and Application Development -
category
Education
-
Price
Free -
Update Time
Aug 14, 2024 -
172 Ratings
4.15
Screenshots & Media
App Info
Description
Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu LeenjistuuApplikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul’ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga’ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa, install godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Please rate our app in the Google Play store.
Thank you for downloading,
OROMNET Software and Application Development, Nekemte, Ethiopia
Popular IAP
--Ranking Trend
Download Trend
Last 7 Days
Last 30 Days
Last 90 Days
Customize