HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo
Hiibboo is a traditional oral brain puzzle game played by Oromo p...
Contains ads
50,000+
Total Global Downloads-
Bundle ID
com.oromnet.oromnet_007_hibbo -
Developer
OromNet Software and Application Development -
Category
Puzzle -
Price
Free -
Update Time
Aug 15, 2024 -
153 Ratings
4.23
-
Bundle ID
com.oromnet.oromnet_007_hibbo -
Developer
OromNet Software and Application Development -
category
Puzzle
-
Price
Free -
Update Time
Aug 15, 2024 -
153 Ratings
4.23
Screenshots & Media
App Info
Description
Hiibboo is equivalent to Riddle in English, almost :) Hiibboo or Riddle is a form of guessing game that has been a part of the folklore of most cultures from ancient times. The App contains few Hiibboo questions in Afan Oromo language.Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.
Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
Thank you for downloading,
OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemte, Ethiopia
Popular IAP
--Ranking Trend
Download Trend
Last 7 Days
Last 30 Days
Last 90 Days
Customize